HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Lisensi: Gratis ‎Ukuran file: 4.19 MB
‎Peringkat Pengguna: 0.0/5 - ‎0 ‎Suara

Tentang HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo setara dengan Riddle dalam bahasa Inggris, hampir :) Hiibboo atau Riddle adalah bentuk permainan tebak-tebakan yang telah menjadi bagian dari cerita rakyat sebagian besar budaya dari zaman kuno. Aplikasi ini berisi beberapa pertanyaan Hiibboo dalam bahasa Afan Oromo. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Harap beri nilai pada aplikasi kami di Google Play Store. Terima kasih sudah mengunduhnya,